John 2:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Jila Irra Dabaramaa Yesuus Yerusaalem keessa jiruun, namooti hedduun bilbaasa inni godhe dhagganee isatti dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yesoni Yerusalemu jiru, gaafa Jila Pasaka jed'ani, nami hedduuni akheekha inni tolche arginaani, maqa isaa d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Yesus Yerusaalem jiruu, gaafa Jila Dabarsaa jedhan, namii hedduun akeeka innii tolche arginaan, maqaa isaatti dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa ayyaana Faasika'aa uduu Yerusaalemiin jiru namoonni hedduu maalalee inni godhe waan arganiif maqaa isaatitti amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu Yeruusaalem jiru hennaa ayyaana Faasika'aa malkata inni godhe haga argan, namoonni hedduu maqaa isaatitti amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus yeroo Ayyaana Faasiika'aa titti Yerusaalemiin uduma jiru baasota inni raawwate arguu isaaniitiin, namoonni baayi'een isatti ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Jila Irra Dabaramaa Yesuus Yerusaalem keessa jiruun, namooti hedduun bilbaasa inni godhe dhagganee isatti dhugeeffatane.