John 2:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo namoota maraa waan beekuuf, isaan hin addane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni worra ufiti inquumne; wonti akanatiifi inni nama ch'ufa beekha,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo warra ufiiti hinquumne; wantii akkanaatiif innii nama cufaa inbeeka,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo namoota maraa waan beekuuf isaan hin amanne ture;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Yesuus namoota maraa hin beeka. Waan namaa eennullee isaa raguu hin barbaachisu, Inninuu waan nama keessa jiru waan beekuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu namoota maraa ni beeka waan tureef, isaan hin amanne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo namoota maraa waan beekuuf, isaan hin addanne.