John 2:25 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ifiifuu waan gadhaa namaa keessa jiru waan beekuuf, marroo namootaa akka isatti himu nami tokkolle hin barbaachinne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle nama tokole ka waan namaa isati himu imfeene, waan inni waan nama keesa jira ch'ufa beekhufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii waan waan nama cufaa keessa jiraa beekuuf, nama tokkollee ka waan namaa isaatti himu hinfeene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan garaa nama maraa keessa jiru waan beekuuf waan namaa eennullee akka isatti himu hin barbaadu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni waan onnee namaa keessa jiru maraa ni beeka waan tureef, waayee namaa eennu'llee akka isatti himuuf hin barbaachifnne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ifiifuu waan gadhaa namaa keessa jiru waan beekuuf, marroo namootaa akka isatti himu nami tokkolle hin barbaachinne.