John 2:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba haati Yesuusii, “Waan inni isinitti himu godha'a” jettee tajaajiltootatti hinte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haati isaa waan hojattuuni jette, Waan inni, Tolcha jed'u ch'ufa tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haatii isaa hojjattootaan, “Homa innii tolchaa isaniin jedhuu cufaa tolchaa!” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra cidha galchutti himte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra ansaadanitti himte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti haati isaa tajaajilttoota achi turaniif, «Waan inni isiniin jedhu raawwadhaa!» isaaniin jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godha'a» jettee tajaajiltootatti hinte.