John 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus tajaajiltootaan, “Okkotoota san bisaaniin guuta'a” jedhe. Isaanille haga afaanii guutane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Bisaani okote guguuta. Guutani t'ut'upani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Bisaan okkotee guguutaa” jedheen jennaaan, warrii guguutee xuxuxuphe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus worra cidha galchuun «Gaanii sanniinitti bisaan guutaa'a» jedhe. Isaan haga afaanii guutan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee worra cidha galchuun gaanii sanniinitti bisaan guutaa jedhe. Isaanillee haga afaanii guutan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Waabotatti bishaan guutaa!» isaaniin jedhe, isaan'llee haga afaan isaanii titti ni guutan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus tajaajiltootaan, «Okkotoota san bisaaniin guuta'a» jedhe. Isaanille haga afaanii guutane.