John 2:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni isaaniin, “Amma budduussa'aatii, itti gaafatamaa jilaatitti geessa'a” jedhe. Isaanille isaaf geessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani, Woraaba, abba gololati geesa jed'eeni. Iti geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Waraabaa, abbaa gololaatti geessaa!” jedheenii, itti geessaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa, «Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a» jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Jedhaa amma woraaba'aatii itti gaafatamaa afeerriitiif kennaa!» isaaniin ni jedhe, isaan'llee fidanii ni kennaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni isaaniin, «Amma budduussa'aatii, itti gaafatamaa jilaatitti geessa'a» jedhe. Isaanille isaaf geessane.