John 20:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaam goda awwaalaatiin ala dhaabbattee booyiisatti jirtiiyyu. Adoo booyiisatti jirtuu, gad jettee goda awwaalaa keessa ilaaltee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Mariamuni awaala bira ejite boote. Duuba ato bootu, isiini gajette awaala keesa millatte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam ammoo alaan awwaala bira ejjitee boote. Duuba adoo bootuu, gajettee awwaala keessa millattee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaam ammo booya'aa awwaalaan ala diida dhaabata'aa turte. Booya'aa awwaalatti gad jettee laalte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaam ammoo booya'aa awwaalaan ala diida dhaabata'aa turte. Booya'aa awwaalatti gad jettee laalte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaam Magdalaan booya'aa, awwaala gara duubaatiin dhaabattee jirtti ture, booyaa'llee gad jettee gara keessa awwaalaa ni laaltte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaam goda awwaalaatiin ala dhaabbattee bowiisatti jirtiiyyu. Adoo bowiisatti jirtuu, gad jettee goda awwaalaa keessa ilaaltee,