John 20:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle, “Nageenni isiniif te'u. Akkuma Abbaan ana erge, anille isin erga” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni ammalle waan jed'eeni, Nageenni isani bad'aad'a? Akuma Aabbooni na erge anileeni isani erga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus ammallee, “Nageennii isaan badhaadhaa? Akkuma Aabboon na erge aniilleen isan erga” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee lammata, «Nageenni isiniif haa ta'u. Akkuma Aabba na erge, Anillee isin erga» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee lamata, «Nageenni isiniif haata'u. Akkuma Aabba na erge, Anillee isin erga» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus deebi'ee, «Nageenni isiniif haa ta'u! Waaqinni Abbaan akkuma ana erge, ani'llee isin ni erga» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle, «Nageenni isiniif te'u. Akkuma Abbaan na erge, anille isin erga» isaaniin jedhe.