John 20:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni hafuura isaanitti baafatee, “Ayyaana Woyyicha fudhadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi jennaani, inni hafuura ufi worraa kenne waan jed'eeni, Lubbu Qulqullo argad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasi jedhee, hafuura warraa baafatee, “Hafuura qulqulloo argadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana jedhee hafuura isaanitti baafatee, «Ayyaana Woyyuu fudhadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana jedhee hafuura isaanitti baafatee, «Ayyaana Woyyuu fudhadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee jedhee ufi isaanitti jedheeti, «Hafuura Qulqulluu ni fudhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni hafuura isaanitti baafatee, «Ayyaana Woyyicha fudhadha'a!