John 20:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin yoo cubbuu kolba'aa araarantane, isaan araara hin dhaggatan; isin yoo hin araaramin, isaan araara hin dhaggatanu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama isani daba araaramtaniifi ch'ufa inaraaramaniifi; ka isani araaramufi diddani ch'ufti araarama inargatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama isanii cubbuu araaramtaniif cufaa inaraaramaniif; ka isan araaramuuf diddan cuftii araarama hinargatu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isin cubbuu isaanii dhiiftaniif maruu cubbuun isaanii dhiifama. Yoo isin araaramu'uufii baattan, isaan araara hin argatan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isin cubbuun isaanii dhiiftaniif maruu cubbuun isaanii dhiifama. Yoo isin araaramu'uufii baattan, isaan araara hin argatan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin Cubbuu namootaatiif dhiifama yoo taasfttan, dhiifaminni isiniif ni taasfama, isin cubbuu namootaatiif dhiifama taasisuu yoo dhabaattan garuu, dhiifaminni isiniif hin taasfamu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin yoo cubbuu kolba'aa araarantane, isaan araara hin dhaggatan; isin yoo hin araaramin, isaan araara hin dhaggatanu» jedhe.