John 20:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Toomaas deebisee, “Goottaa kiyya, Waaqa kiyya!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tomasoni, Aabbo kiyyafi Waaqa kiyya! jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Toomas, “Aabbaa kiyyaa fi Waaqaa kiyya!” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Toomaasillee, «Gooftaa kiyya Waaqaa kiyya!» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Toomaasillee, «Gooftaa kiyya Waaqaa kiyya!» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Toomaas'llee, «Gooftaa kiyyaa fi Waaqa kiyya!» jechu'uun, ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Toomaas deebisee, «Goottaa kiyya, Waaqa kiyya!» jedhe.