John 20:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaan, “Waan ana dhaggiteef dhugeeffattee? Worri adoo ana hin dhaggin dhugeeffatu ka badhaadhe!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Atini na arginaani d'ugefatte? Ayyaana worra ka ato inargiini d'ugefatu jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Atin na arginaan dhugeeffattee? Warrii adoo hinargin dhugeeffatu ka badhaadhe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Ati waan na argiteef amanteerta; worri uduu hin argine amanan isaan worra eebbifame!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Ati waan na argiteef amanteerta; worri uduu hin argine amanan isaan worra eebbifame!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee Toomaasiin, «Ati waan ana argiteef ni amanitte, uduu hin argin worri amanan garuu, ka galateeffaman» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaan, «Waan na dhaggiteef dhugeeffattee? Worri adoo ana hin dhaggin dhugeeffatu ka badhaadhe!» jedhe.