John 20:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Pheexroosii fi barataan kuun gara goda awwaalaa dhaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petrofi namichi kaani gara awaala d'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexrosiifi namichii kaan gara awwaalaa dhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Pheexroosii fi darasaan biraallee bayanii gara awwaalaa dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Pheexroosii fi darasaan biraallee bayanii gara awwaalaa dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phexirosii fi barataan bira'aa bayaniiti, gara awwaalaa ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Pheexroosii fi barataan kuun gara goda awwaalaa dhaqane.