John 20:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus bilbaasota hedduu, ka kitaaba kana keessatti hin barreeffamin, barattoota ifii duratti hujeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni akheekha d'ibi heddu jara ufi durati tolche, ka kitaaba kana keesati int'aafini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus akeeka dhibii hedduu ka kitaaba kana keessatti hinbarreessin jara ufii duraatti tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus maalalee biraallee ka kitaaba kana keessatti hin barreeffamne heddu darasoota afo'otti godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee kitaaba kana keessatti ka waan hin barreeffamne maalalee biraallee heddu darasoota afo'otti godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kitaaba kana keessatti ka hin barreeffamin baasota baayi'ee, barattoota isaa duratti taasisee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus bilbaasota hedduu, ka kitaaba kana keessatti hin barreeffamin, barattoota ifii duratti hujeera.