John 20:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bilbaasoti kun ammoo akka Yesuus Masiihii te'ee fi Ilma Waaqaalle te'e, itti dhugeeffatiisaan maqaa isaatiin jiruu akka dhaggattanu barreeffamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haga kana ya t'aafani, aka isani aka Yesoni Kristo Ilma Waaqa d'ugefattani, d'ugefannaani aka maqa isatiini jireenna argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga kana ammoo la barreessan, akka isan akka Yesus Kiristoon ilma Waaqaa dhugeeffattanii, dhugeeffannaan akka maqaa isaatiin jireenna argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Yesuus inni Kiristoos ilma Rabbii akka ta'e akka amantan amantiinillee maqaa isaatiin jireenna akka isinii ta'u kun barreeffameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Yesuus inni Kiristoos ilma Rabbii akka ta'e akka amantan amantaanillee maqaa isaatiin jireenna akka isinii ta'u kun barreeffameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu Yesus Masihii Ilma Waaqaa ta'uu isaa akka amanttanii fi amanttanii'llee maqaa isaatiin jireenna bara baraa akka argattaniif, kun barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilbaasoti kun ammoo akka Yesuus Masiihii te'ee fi Ilma Waaqaalle te'e, itti dhugeeffatiisaan maqaa isaatiin jiruu akka dhaggattanu barreeffamane.