John 20:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gad jedhee woyaa qoolaa ta ittiin marante achitti dhagge malee, keessa hin seenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gajed'e, keesa ilaale, woya boofta ta lafa teetu arge, ammo awaala keesa inseenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gajedhee, keessa laalee, wayaa marduufaa ta lafa teettu arge, ammoo awwaala keessa hinseenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gad jedhee yoo laalu uffata isaan sattaran achitti arge; haa ta'uu ammo hin seenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadi jedhee yoo laalu uffata isaan sattaran achitti arge, haata'uu ammoo hin seenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gad jedhee'llee awwaala keessaa yeroo laalu uffanni kafanni'ii achitti hafee ni arge, garuu gara keessaa hin aseenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gad jedhee woyaa qoolaa ta ittiin marante achitti dhagge malee, keessa hin seenne.