John 20:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Barreeffama Woyyicha, “Inni du'aa ka'uu qaba” jedhu haga ammaa hin hubanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qara t'aafi, ta Yesoni duisa keesaa kau male jettu inhubanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii qara barreessii ta, “Yesus du'a keessaa ka'uu malee” jettu hinhubanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka worra du'an keessaa hin ka'a» jedhu ka haga hennaa sanii waan hin hubanneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka worra du'an keessaa hin ka'a» jedhu ka haga hennaa sanii waan hin hubanneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Du'aa ka'uun ni malaan» ka jedhu, dubbii Kitaaba Qulqullu'uu amma'llee hin hubanneeyyu turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Barreeffama Woyyicha, «Inni du'aa ka'uu qaba» jedhu haga ammaa hin hubanne.