John 21:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba, Yesuus qarqara abbaayaa Xiberiyaasiititti ammalle barattoota ifiititti mudhate. Akki inni itti mudhatelle akkas:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana Yesoni ammalle fulla galaana Tiberia jed'aniiniti jara ufiti ufi agarsiise. Aki inni ufi agarsiise akana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kanaan eegee Yesus ammallee fulaa galaana, Xiberiyaas jedhaniitti jara ufiitti ufi mullise. Akkii innii ufi mullise akkana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Asiin maayii Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus garba ciisaa Xiberiyaasii biratti, barattoota isaa titti deebi'ee ni muldhate, ka muldhate'llee akka itti aanutti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba, Yesuus qarqara abbaayaa Xiberiyaasiititti ammalle barattoota ifiititti mudhate. Akki inni itti mudhatelle akkas: