John 21:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaaniin, “Qurxumuma amma qabattane irraa fida'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Qurt'umi reefu qabdani armaani koota.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Qurxummii reefuu qabdan irraa koottaan!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Qurxummii amma qabddan fidaa» isaaniin ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaaniin, «Qurxummuma amma qabattane irraa fida'a» jedhe.