John 21:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus eega du'aa ka'e, barattootatti mudhatuun isaa tun yennaa sadeesso'oo ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini amma maro sadeeso ka Yesoni jara ufiti mullate, eegi duisa keesaa isa kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii du'a keessaa isa kaasan tunin amma marroo sadeessoo ka Yesus jara ufiitti mullate. Yesusii fi Phexros
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus worra du'an jiddu'uu ka'ee hennaa sadeesso'ootiif darasootatti mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus worra du'an jiddu'uu ka'ee hennaa sadaffa'aatiif darasootatti mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus du'aa eega ka'een asitti barattoonni isaa isa yoo argan, kun yeroo sadaffaatiif ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus eega du'aa ka'e, barattootatti mudhatuun isaa tun yennaa sadeesso'oo ti.