John 21:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus tana jedhiisaan, Pheexroos du'a attamii du'ee Waaqa akka ulfeessu'uuf jiru mudhise. Achiin duuba Yesuus, “Na hordofi!” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Wonti inni dubbi tana jed'eefi, aka duisa Petroni durana duuni Waaqa guddisu himu.) Akasi jennaani Yesoni, Na gula kooti jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
(Wantii innii dubbii tana jedheef, akka Phexros du'a duranaa du'uun Waaqaa ulfeessu himuuf.) Eegii akkasi jedhe, “Na gula koottii” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'a attamiitiin Rabbiin kabajju'uuf akka ta'u mudhisu'uuf kana jedhe. Kana haga jedheen maayessa, «Na faana koottu!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'a attamiitiin Rabbiin kabajju'uuf akka ta'u mudhisu'uuf kana jedhe. Kana haga jedheen maayessa, «Na faana koottu!» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexirosiin kana jedhe'llee du'a attamiitiin Waaqa ulfeeffachuu akka qabu yoo muldhisu, kanaan duubatti Phexirosiin, «Ana horddof!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus tana jedhiisaan, Pheexroos du'a attamii du'ee Waaqa akka ulfeessu'uuf jiru mudhise. Achiin duuba Yesuus, «Na hordofi!» isaan jedhe.