John 21:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Haga ani dhufutti akka inni le'u ani yoo fedhe maanti si dhibe? Na hordofi” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni yo anini isa haga anini deebiuti na eegu fed'e, atini maani iraa qabda? Iyaaliini anuma gula kooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Yo anin isa haga anin deebi'uutti na eegu fedhee, atin maan irraa qabda? hin yaaliinii anuma gula kootti” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Haga ani dhufuuf akka jiraatu yoo jaaladhe hoo maaltu si dhibe? Ati na faana koottu» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Haga ani dhufuuf akka jiraatu yoo jaaladhe hoo maaltu si dhibe? Ati na faana koottu» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Haga ani dhufutti akka jiraatuuf yoo eeyyame, si maalttu galche? Ati ana horddof!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Haga ani dhufutti akka inni le'u ani yoo fedhe maanti si dhibe? Na hordofi» jedheen.