John 21:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka waan kana dhugaa bayee fi ka waan kanalle barreesse baratuma kana; nuutille wonni inni dhugaa baye dhugaa akka teete hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini nama waawaawaan kana d'ugeesu, ka waan kana t'aafe; aka dubbini isaa d'uga nu imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunin nama waan kana dhugeessu, ka waan kana cufaa barreessee, akka duubbiin isaa dhugaa nu inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniiniillee ka ragee fi ka barreesse darasaa kana; ragaanillee dhugaa akka ta'e hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kanninillee ka rageef ka barreesse darasaa kana, ragaanillee dhugaa akka ta'e hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee wonittoota kanniin maraa ragaa ka bayee fi wonittoota kanniin'llee ka barreesse barataa kana, ragummaan isaa'llee dhugaa akka ta'e ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka waan kana dhugaa bayee fi ka waan kanalle barreesse baratuma kana; nuutille wonni inni dhugaa baye dhugaa akka teete hin beenna.