John 21:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yenna aduun baatu, Yesuus qarqara bisaanii dhaabbate; barattooti ammoo akka Yesuus te'e hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani, Yeso moga galaana eju argani, ammo jari isaa aka inni Yeso inhubanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii boruun diimate, Yesusii mogaa galaanaa ejju argan, jarii isaa ammoo akka innii Yesus hinhubanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bari'e Yesuus galaana bira dhaabate. Darasoonni ammo Yesuusiin ta'uu hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga bari'e Yesuus galaana bira dhaabate. Darasoonni ammoo Yesuusiin ta'uu hin beenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo bari'etti Yesus garba ciisaa bira ni dhaabate, barattoonni isaa garuu Yesusiin ta'uu isaa hin beekinne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa aduun baatu, Yesuus qarqara bisaanii dhaabbate; barattooti ammoo akka Yesuus te'e hin beenne.