John 21:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan yennaa qarqaratti bayane, daabbo'oo fi qurxummii kashila cile'ee irra jirtu achitti dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa godduni baanani ibida ch'ile qabu, qurt'umi ibida ira kayanifi, qit'ale argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafa godduun baanaan ibiddaa cilee qabu, qurxummii ibiddaa irra kaa'anii fi qixxaallee argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gara lafaa bayan qurxummi'ii fi xoroshoo barbadaa irra jiru argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga gara lafaa bayan qurxummi'ii fi xoroshoo barbadaa irra jiru argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoboloo irraa yeroo bu'anitti ka Duubaan yeroo bu'anitti ka qurxummiin irra ni jira ture, barbadaa cile'eetii fi buddeena ni argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa qarqaratti bayane, daabbo'oo fi qurxummii kashila cile'ee irra jirtu achitti dhaggane.