John 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosa Fariisaayotaa keessaa sooressi Yihudootaa, ka Niqoodemoos jedhamu tokko jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama tokoti jira, ka Farisayo, maqaani isaa Nikodemo, gudda Yahudi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisoota keessa namicha Niqoodemos jedhan tokkootti jira; innii guddaa warra Yihudii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namicha gosa Fariisotaa bulchaa Yihuudotaa ka maqaan isaa Niqoodimoos jedhamu tokkotu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namicha Gosa Fariisotaa bulchaa Yihuudotaa ka maqaan isaa Niqoodimoos jedhamu tokkotu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Niqoodemos ka jedhamu nama tokkotu jira ture, inni'llee gara gosa Fariisotaatii ka ta'e, itti gaafatamaa Yihudotaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Fariisaayotaa keessaa sooressi Yihudootaa, ka Niqoodemoos jedhamu tokko jiraayyu.