John 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ati barsiisaa Israa'elii teetee waan kana hin beettuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Atini qaallu Israeliti, ammalle waan kana imid'aafanne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebiseefii, “Atin barsiisaa Israa'el taatee, haga ammaallee waan kana hinmidhaaffannee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana jedheen, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee kana hin beettuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee kana hin beettuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee uduu jirttu, kana hin beekittuu moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ati barsiisaa Israa'elii teetee waan kana hin beettuu?