John 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa si'itti hima: Nuuti waan beennu dubbanna; waan dhagginne dhugaa baana; isin ammoo dhugaa bayiisa keenna hin fudhattanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini siini jed'u, Nu waan beennu jenna, waan argine d'ugeesina, ammo isani dubbi teenna d'ugefachu diddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma dhugaatiin, sitti himaa, nu waan beennu dubbannaa, waan arginne dhugeesinna, isan ammoo dubbii teenna dhugeeffachuu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha; nu waan beennu dubbanna; waan arginellee ragaa baana; isin garuu ragaa keenna hin fudhattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha, nu waan beennu dubbanna. Waan arginellee ragaa baana. Isin garuu ragaa keenna hin fudhattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaa siin jedha, waan beekinnu ni dubbanna, waan arginu'llee ragaa ni baana, isin garuu ragummaa keenna hin fudhattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa si'itti hima: Nuuti waan beennu dubbanna; waan dhaggine dhugaa baana; isin ammoo dhugaa bayiisa keenna hin fudhattanu.