John 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa ani marroo waan biyya lafa tanaa isinitti himu yoo hin dhugeeffatin, yennaa ani marroo waan ol-gubba'aa isinitti himu attamiin dhugeeffattan ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan lafa, ka anini isaniti odeese ind'ugefatiini, akami dandeetani d'ugefattani, yo anini waan gubba isaniti odeesu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo waan lafaa, ka anin isanitti himee hindhugeeffatinii, akkam dandeettanii waan gubbaa ka anin isanitti himu dhugeeffattanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani waan lafaa isinitti hime yoo hin amanne, waan sami'ii yoo isinitti hime attamitti amantan ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ani waan lafaa isinitti hime yoo hin amanne, waan sami'ii yoo isinitti hime attamitti amantan ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan biyya lafaa yoo isinitti himnnu ka hin amanne yoo ta'e, waan sami'ii isinitti yoo himnnuu attamitti amanittan ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani marroo waan biyya lafa tanaa isinitti himu yoo hin dhugeeffatin, yennaa ani marroo waan ol-gubba'aa isinitti himu attamiin dhugeeffattan ree?