John 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Muuseen lafa goomole'ee keessatti dhudhuufaa sageettu'uu dongoraa irratti ol fuudhe rarraase, akkkasuma Ilmi Namaalle ol fuudhamee rarraafamuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Musani lafa gamoojiti bofa fannise, akasuma Ilma Nama fannisu malani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilma namaallee akkuma Muuseen lafa gammoojjii keessatti bofa fannisee, akkasuma fannisuu malani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Muuseen lafa udume'ee keessatti bofa fannise, akkasuma ilmi namaa fannifamuu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Muuseen lafa udume'ee keessatti bofa fannisee, Akkasuma ka isatti amanu maruu jireenna bara baraa haa argatu'uuf, akka hin banne, Ilmi Namaa fannifamuu woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma Museen gammoojji'itti bofa ol fageessee fannise, akkuma kana Ilmi Namaa'llee ol fagaatee fannifamuun ni malaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma Muuseen lafa goomole'ee keessatti dhudhuufaa sageettu'uu dongoraa irratti ol fuudhe rarraase, akkasuma Ilmi Namaalle ol fuudhamee rarraafamuu qaba.