John 3:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi guddo lafa jaalate, tanaafi Ilma ufi tokocha namaa kenne, aka nami isa d'ugefatu tokoleeni imbanne, ammo jireenna hegeri argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii waan guddoo lafa jaalateefii, ilma ufii tokkocha namaa kenne, wantii akkanaatiif, akka namii isaatti dhugeeffatu cuftii jireenna barabaraa argata malee hinbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi adunyaa tana akkanumaan jaalatee tokkicha ilma ufii kenneef, namni isatti amanu maruu akka hin bannee fi akka jeennata galuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni isatti amanu maruu akka hin banne, jireenna bara baraa haa argatu'uuf, Rabbi adunyaa kana akkanumaan jaalatee, tokkicha Ilma ufii kenneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isatti amanu marrinuu jireenna bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badinne Waaqinni biyya lafaa haalaan waan jaalateef, Ilma isaa tokko ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.