John 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Biyya lafaa karaa isaatiin akka fayyisuuf malee, akka itti muruuf Waaqi Ilma ifii gara biyya lafaa hin ergine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Ilma ufi aka wollaala namati muru lafati inergine, ammo aka nama baasuufi erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ilma ufii akka wallaala namaatti muruuf lafaatti hinerginee, ammoo akka nama baasuuf erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi Ilma ufii gara adunya'aa ergeef, adunya'atti murteessu'uuf uduu hin taane, Ilma isaatitti amanu'uun adunyaan haa fayyitu'uuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti Rabbi Ilma ufii gara adunya'aa ergeef, adunya'atti murteessu'uuf uduu hin taane, Ilma isaatitti amanu'uun adunyaan haa fayyitu'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Ilma isaa gara biyya lafaa ka ergeen, biyyi lafaa Ilma isaatiin akka fayyuuf malee, biyya lafaa irratti murtteessu'uufii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya lafaa karaa isaatiin akka fayyisuuf malee, akka itti muruuf Waaqi Ilma ifii gara biyya lafaa hin ergine.