John 3:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Ilma isaatitti dhugeeffatutti hin murantu; ka isatti hin dhugeeffanne ammoo, waan inni Ilma Waaqaa tokkochatti hin dhugeeffatiniif, ammummaayyuu itti muranteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama isa d'ugefatu wollaala iti imurani; ka ind'ugefanne iti murani, waan inni maqa Ilma Waaqa tokocha d'ugefachu dideefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama isa dhugeeffatu wallaala itti inmurani; ka hindhugeeffanne ammoo, waan innii maqaa ilma Waaqaa tokkochaa dhugeeffachuu dideef duruu itti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama isatti amanu itti hin murtaayu; Ka isatti hin amanne ammo maqaa tokkicha Ilma Rabbiititti waan hin amanneef ammaa itti murtaayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama isatti amanu itti hin murtaayu. Ka isatti hin amanne ammoo, maqaa tokkicha Ilma Rabbiititti waan hin amanneef ammaa itti murtaayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isatti amanu itti hin muritteeffamu, ka isatti hin amanne garuu tokko Ilma Waaqaa titti waan hin amaniniif, durumaanuu itti murtteeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka Ilma isaatitti dhugeeffatutti hin murantu; ka isatti hin dhugeeffanne ammoo, waan inni Ilma Waaqaa tokkochatti hin dhugeeffatiniif, ammumaayyuu itti muranteerti.