John 3:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Muraalleen kunoo tana: Ifi gara biyya lafaa dhufe, namooti ammoo hujiin isaanii hantuu waan teeteef, ifa caalaa dukkana jaalatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muraani sunileeni tana; ifsaani lafati d'ufe, ammo ifsaa suni ira, biyyiti dukana jaalati, waan hujiini isa hamtutiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muraan suniilleen tana, Ibseen lafaatti dhufe, biyyitii ammoo waan hujjiin warraa hamtuu taateef, ibsee sun irra dukkana jaalatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtiin sunillee kana. Ifni gara biyya lafaa dhufe, namoonni garuu hujiin isaanii waan hamaa ta'eef ifa caalaa dukkana jaalatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Murtiin sunillee kana. Ifni gara biyya lafaa dhufe, namoonni garuu hujiin isaanii waan hamaa ta'eef ifa caalaa dukkana jaalatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muritiin'llee kana, ifin gara biyya lafaa ni dhufe, namoonni garuu hujiin isaanii hamaa waan ta'eef ifa irra dukkana ni jaalatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muraalleen kunoo tana: Ifi gara biyya lafaa dhufe, namooti ammoo hujiin isaanii hantuu waan teeteef, ifa caalaa dukkana jaalatane.