John 3:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka waan hantuu godhu marti ifa jibba; hujiin isaa hantuun akka hin mudhanneef gara ifaa hin dhufu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan hamtu tolchu ch'ufti ifsa jibba, yokhaani ifsati ind'ufu, aka hujiini isaa imullanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan hamtuu hojjatu cuftii ibsee jibba, akka hujjiin isaa hinmullanne, gara ibsee hindhufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaa hojjatu maruu ifa jibba. Hujiin isaa akka jalaa ifa hin baaneef gara ifaa hin dhufu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni hamaa hojjatu maruu ifa jibba. Hujiin isaa akka jalaa ifa hin baaneef gara ifaa hin dhufu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waan hamaa ka raawwatan marrinuu ifa ni jibba, hujiin isaa hamaan'llee akka isatti hin muldhanneef'llee, gara ifaa hin dhufu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka waan hantuu godhu marti ifa jibba; hujiin isaa hantuun akka hin mudhanneef gara ifaa hin dhufu.