John 3:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba Yesuusii fi barattooti isaa gara lafa Yihuda'aa dhaqane; inni isaan woliin diqqoo achi bubbulee, kolbaalle cuuphe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana Yesofi jari isaa lafa Yudea d'aqani. Inni achiti jara woliini tae nama batise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa, Yesusii fi jarii isaa lafa Yihudaa dhaqee, Yesus achiitti jara waliin ta'ee nama cuuphe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus darasoota ufii woliin gara biyya Yihuuda'aa dhaqe. Achitti isaan woliin taa'ee cuupha'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus darasoota ufii woliin gara biyya Yihuuda'aa dhaqe. Achitti isaan woliin taa'ee cuupha'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus barattoota isaa woliin gara biyya Yihuda'aa ni deeme, achitti'llee namoota cuupha'aa isaan woliin yeroo muraasaaf ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba Yesuusii fi barattooti isaa gara lafa Yihuda'aa dhaqane; inni isaan woliin diqqoo achi bubbulee, kolbaalle cuuphe.