John 3:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san Yohaannis hidhamee hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Yohana Mana hid'aansa keesati inhiinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis gaafas mana hidhaansaa keessatti hinhinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun uduu Yohaannis hin hidhamne ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti kun uduu Yohaannis hin hidhamne ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yohaannis hin hidhamnneeyyu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Yohaannis hidhamee hin jiru.