John 3:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis deebisee, “Waaqi yoo kenneef malee, eennulle waan tokkolle hin qabaatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani waan jed'eeni, Nami dandae woma inargatu, waan Waaqi kenne male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis deebisee, “Namii waan Waaqii kenneef malee, danda'ee homaa hinargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis deebisee akkana isaaniin jedhe, «Yoo samii irraa kennameef malee namni waan tokkollee argatuu hin danda'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis deebisee akkana isaaniin jedhe, «Yoo samii irraa kennameef malee, namni waan tokkollee argatuu hin danda'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Naminni kami'llee Waaqinni isaa kenne malee womaayyuu qabaachu'uuf hin dandda'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis deebisee, «Waaqi yoo kenneef malee, eennulle waan tokkolle hin qabaatu.