John 3:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka waajibittii qabu waajibicha; jaalli waajibichaa, ka isa bira dhaabbatee qoonqoo isaa caqasu ammoo, yennaa qoonqoo waajibichaa dhage'u hin gammada. Gammadi sun kiyya; inni amma muummowe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intalti fuud'ani tami abba fuud'uuti; ammo nami fuud'a gula d'aqe bira eje ch'aqasa, yo qonqo isaa d'agaye ingammada. Tanaafi gammadi kiyya kunini la ammatana qit'ae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Intaltii fuudhan tama abbaa fuudhuuti; ammoo namii fuudha gula dhaqee bira ejjee caqasa, yo qoonqoo isaa dhaga'ee ingammada. Tanaaf gammadii kiyya kunin ammatana la qixaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammoo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Idaayyittii naminni qabu idaayya'a, jaaltichi ka fuudhuu garuu ka fuudhu bira dhaabatee ni dhageeffataan, qooniqqa isaa'llee dhagayu'uun ni gammada, kanaaf gammachuun kiyya'llee kana, inni'llee amma muda maleessa ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka waajibittii qabu waajibicha; jaalli waajibichaa, ka isa bira dhaabbatee qoonqoo isaa caqasu ammoo, yennaa qoonqoo waajibichaa dhage'u hin gammada. Gammadi sun kiyya; inni amma muummowe.