John 3:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni guddaa te'ee, ani diqqaa te'uu qaba” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guddate, anini diqaachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guddaatee, anin diqaachuu malee” jedhe. Nama gubbaa gad dhufu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni guddatee; ani diqqaachuu woyya.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni guddatee, ani diqqaachuu woyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni ol jechu'utu malaan, ani garuu gadi jechu'utu naan mala.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guddaa te'ee, ani diqqaa te'uu qaba.