John 3:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka ol-gubba'aa dhufu mara caala. Ka lafa tanaa kama lafa tanaa ti; waan lafaalle dubbata; ka ol-gubba'aa dhufu ammoo mara caala.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gubba gadi d'ufu nama ch'ufa ira jira; ka lafa keesa tau ka lafaati, ammalle waan lafa hasaa. Ka gubba gadi d'ufu nama ch'ufa ira gudda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii gubbaa gad dhufuu, nama cufaa irra jira; ka lafa irra taa'uu, ka lafaati, ammallee waan lafaa haasa'a. Ka gubbaa gad dhufu nama cufaa irra guddaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka olii dhufu maraa caala. Ka lafaa ammo kama lafaati. Woma lafaa dubbata; ka sami'ii dhufu maraa caala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka olii dhufu maraa caala. Ka lafaa ammoo kama lafaati. Woma lafaa dubbata; ka sami'ii dhufu maraa caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka olii dhufu ka maraa oliit, biyya lafaatii ka ta'e ka biyya lafaati, waan biyya lafaa'llee ni dubbata, ka sami'ii dhufu ka maraayyuu oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka ol-gubba'aa dhufu mara caala. Ka lafa tanaa kama lafa tanaa ti; waan lafaalle dubbata; ka ol-gubba'aa dhufu ammoo mara caala.