John 3:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni waan dhaggee fi waan dhage'e dhugaa baya; ammoo dhugaa baya isaa ka fudhatu hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan arge d'agaye d'ugeesa, ammo nami tokoleeni ka dubbi isaa d'ugefatu injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan argee dhaga'ee dhugeesa, ammoo namii tokkolleen ka dubbii isaa dhugeeffatu hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan argee fi waan dhagaye ragaa baya; ka ragaa isaa dhagayu ammo hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan argeef waan dhagaye ragaa baya; ka ragaa isaa dhagayu ammoo hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee waan ka fi ka argee fi ka dhagaye ragaa ni baya, garuu ragummaa isaa ka fudhatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan dhaggee fi waan dhage'e dhugaa baya; ammoo dhugaa baya isaa ka fudhatu hin jiru.