John 3:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami dhugaa baya isaa fudhate ammoo, Waaqi dhugaammessa akka te'e kanaan mirkaneesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi isaa d'ugefatu, aka Waaqi d'uga dubbatu tanaani beesisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dubbii isaa dhugeeffatu, akka Waaqii dhugaa dubbatu tanaan beesisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ragaa kana dhagayu ammo akka Rabbi dhugaa ta'e dhugoomse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni ragaa kana dhagayu ammoo akka Rabbi dhugaa ta'e dhugoomse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ragummaa isaa ka fudhatu garuu, Waaqinni dhugaalessa ta'uu isaa ni mirkaneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dhugaa baya isaa fudhate ammoo, Waaqi dhugaammessa akka te'e kanaan mirkaneesse.