John 3:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Ayyaana ifii safara male waan kennuuf, ka Waaqi erge dubbii Waaqaa dubbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqi erge suni dubbuma Waaqa ch'alla dubbata, waan Waaqi Lubbu ufi ch'ufa isaa kennuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Waaqii erge sun dubbuma Waaqaa dubbata, waan Waaqii Hafuura ufii cufaa isaa kennuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbi erge dubbii Rabbii dubbata; Rabbi Ayyaana ufii bikkee waan hin kennineef
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Rabbi erge dubbii Rabbii dubbata; Rabbi Ayyaana ufii bikkee waan hin kennineef
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Hafuura isaa ka kennu diqqeessee waan hin ta'iniif, ka Waaqinni erge dubbii Waaqaa ni dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ayyaana ifii safara male waan kennuuf, ka Waaqi erge dubbii Waaqaa dubbata.