John 3:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan Ilma jaalata; waan maralle harka isaatitti kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani Ilma jaalate waan ch'ufa harka isati kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan ilma jaalatee, waan cufaa harka isaatti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan Ilma ufii hin jaalata; waan maraa isatti kenneera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan Ilma ufii hin jaalata, waan maraa isatti kenneera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan Ilma isaa in jaalata, waan maraa harka isaatti kenneefii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan Ilma jaalata; waan maralle harka isaatitti kenneera.