John 3:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Ilmatti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa qaba; ka Ilma Waaqaatiif hin ajajanne ammoo mufii Waaqaa jala jiraata malee, jiruu hin qabaatu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Ilma d'ugefatu jireenna hegeri qaba; nami Ilma d'ugefachu didu haguma jiru jireennale jireenna inargatu, ammo Waaqi haga jiru jireenna isati dallana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ilmaatti dhugeeffatu jireenna barabaraa qaba; namii ilmaatti dhugeeffachuu didu ammoo haguma jiruu jireennaallee jireenna hinargatuu, Waaqii haga jiruu jireennaallee isaatti dallana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Ilma isaatitti amane jeennata argata. Namni ilma isaatitti hin amanne dheekkamsi Rabbii waan isa irra jiruuf jeennata hin argatu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Ilma isaatitti amane jireenna bara baraa qaba. Namni ilma isaatitti hin amanne dheekkamsi Rabbii waan isa irra jiruuf jireenna hin argatu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Ilmatti amanu jireenna bara baraa ni qaba, ka Ilmatti hin amanne garuu dheekkamissi Waaqaa isa irra ni jiraata malee, jireenna hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Ilmatti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa qaba; ka Ilma Waaqaatiif hin ajajanne ammoo mufii Waaqaa jala jiraata malee, jiruu hin qabaatu» jedhe.