John 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama foonii irraa ka dhalate foon; ka Ayyaana irraa dhalate ammoo Ayyaana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafi nafa d'ala, Lubbuuni lubbu d'alti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nafii nafa dhalaa, hafuurii hafuura dhala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka foon irraa dhalate foon; Ka Ayyaana irraa dhalate Ayyaana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka foon irraa dhalate foon; Ka Ayyaana irraa dhalate Ayyaana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon irraa ka dhalate foon, hafuura irraa ka dhalate hafuura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama foonii irraa ka dhalate foon; ka Ayyaana irraa dhalate ammoo Ayyaana.