John 3:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan ani, ‘Lammeessoo dhalatuu qaddan’ si'iin jedheef hin masoonfatin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini, Maro lameeso d'alachu maltani siini jed'eefi himmamiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin marroo lameessoo dhalachuu maltan, isaniin jedheef hinmaminaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani ‹lammeessoo dhalachuu isin barbaachisa› jedheef hin maalalfatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ani lammaffaa dhalachuu isin barbaachisa jedheef hin maalalfatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, ‹lammaffaa dhalachuu isin barbaachisa› waan si'iin jedheef hin maalaliffatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan ani, ‹Lammeessoo dhalatuu qaddan› si'iin jedheef hin masoonfatin.