John 4:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Yohaannis caalaa barattoota akka dabalatiisatti jiruu fi cuuphiisatti jiru worri Fariisaayotaa dhage'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni aka Yesoni Yohana ira nama heddu ufiti yaame batise d'ageete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisootii akka Yesus Yoh. aannis irra nama hedduu ufiiti yaamee cuuphe dhageete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Fariisonni Yesuus Yohaannisiin caalaa'a darasoota akka eda'atee fi akka cuupha'aaru akka dhagayan Yesuus haga beeke,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonni Yesuus Yohaannisiin caalaa'a, darasoota akka eda'atee fi akka cuuphaaru akka dhagayan Yesuus haga beeke,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus Yohaannisiin caala'aatti namoota baayi'ee barattoota isaa akka taasisuu'uu fi akka cuuphu Farisoonni ni dhagayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Yohaannis caalaa barattoota akka dabalatiisatti jiruu fi cuuphiisatti jiru worri Fariisaayotaa dhage'ane.