John 4:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati abbaa keenna Yaaqoob ka boolla tana nu'uuf kenne, ka innii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maraayyuu keessaa unane, hin caaltaa?” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini abba keenna Yakobo, ka eela kana ufi d'uge nule kenne, ilmaaniifi hori ufi obaase ira jirta? jette gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin abbaa keenna Yaaqob, ka eela kana ufii dhugee, ilmaanii fi horii ufii obaasee, nullee kenne irra jirtaa?” jettee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati boolla kana ka nu'uuf kenne abbaa keenna Yaaqoobiin ni caaltta moo? Isaa fi ijoolleen isaa, horiin isaa'llee boolla kana keessaa dhuganii jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati abbaa keenna Yaaqoob ka boolla tana nu'uuf kenne, ka innii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maraayyuu keessaa unane, hin caaltaa?» jetteen.